Dr.jemal Ahmed mume

Dr.jemal Ahmed mume Veterinary medicine, msc Veterinary epidemiology

Mee yaala waan kan
08/05/2026

Mee yaala waan kan

በ30 በመቶ ቁጠባ ባለመኪና!
********
እርስዎ ሊገዙት ያሰቡትን አውቶሞቢል ዋጋ 30 በመቶ አስቀድመው ሲቆጥቡ፣ እኛ ቀሪውን በአነስተኛ የወለድ ክፍያ ብድር ሞልተን ባለመኪና እናደርግዎታለን!

አሁኑኑ በቅራቢያዎ በሚገኝ የባንካችን ቅርንጫፍ በመገኘት የአውቶሞቢል መግዣ ብድር የቁጠባ ሂሳብ ከፍተው በራስዎ መኪና ይሽከርከሩ!

አሁን መኪና መግዛት ሩቅ ህልም አይደለም!

ለበለጠ መረጃ፡
https://combanketh.et/products/loan
******
የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ
ሁሌም የሚተማመኑበት ባንክ!

Lenjii fudhachaa jira
15/04/2026

Lenjii fudhachaa jira

Guyyaa har'aa leenjii ETHIOPIA statistics university Haramaya bifaa kanan fudhaachaa jira
15/04/2026

Guyyaa har'aa leenjii ETHIOPIA statistics university Haramaya bifaa kanan fudhaachaa jira

Amma hoo maal jettaa ree?
28/03/2026

Amma hoo maal jettaa ree?

Bagaa geesan EID Mubarak kan bara 1447 isiin gahee
21/03/2026

Bagaa geesan EID Mubarak kan bara 1447 isiin gahee

Afoonanilahii
19/02/2026

Afoonanilahii

Gaza keenya
11/12/2025

Gaza keenya

87.5K likes, 3493 comments. Check out Abiyi Ahmed Ali🇪🇹’s video.

09/12/2025

Jimaan

09/12/2025

Waa'ee jimaa kan kunoo

01/12/2025

Bush funny prank

Oduu Ariifachiisaa Amma Nu Gahe!!Dhukkubni maalummaan isaa ammatti hin mirkanoofne kan dhaabbanni fayyaa Addunyaa WHO fi...
15/11/2025

Oduu Ariifachiisaa Amma Nu Gahe!!

Dhukkubni maalummaan isaa ammatti hin mirkanoofne kan dhaabbanni fayyaa Addunyaa WHO fi Ministerri fayyaa Itoophiyaa naannoo kibbaatti mullate jadhe Oromiyaa keessatti mullachuu fi lubbuu namaa galaafachaa jiraachuu doktaroonni amma beeksisa jiru. Gabaasni kun doktaroota irraa na gahe!!👇👇

"Weerarri dhibee naannoo kibbaatti mul'atee ture Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Lixaa Aanaa Hancaar keessan ka'uun ummata hedduu galaafataa jiraa. Aanaa Habroo, Gubbaa Qorichaa, Daaroo Labuu, Aanaa Asakoo, Gumbii Bordoddeefii Aanota Godina Carcar/Harargee Lixaa, Arsiifii Shawaa Bahaattis hatattamaan tatamsa'uu waan danda'uuf of eeggannoon hawaasaa barbaachisaadha. Dhibeen kun saffisaan tatamsa'aa jiraachuun isaa mirkanaa'ee jira. Kanaaf hawaasni of eeggannoo cimsaa iddoo weerarri itti mudate ammoo eeruu hatattamaa waajjira fayyaatif akka kennitan isin gaafanna. Dhaamsa kana share godhaa wal-biraan gahaa!

Mallattoolee dikkubichaa akka ho’a qaamaa, qolli ijaa diimatuu, baasaa dhiiga makate, dhiigni irga, afaan, funyaanii fi qaama biraatii dhangala’uu fa’a yoo agartan; Bilbila Biiroo Fayyaa Oromiyaa +251113717227 kanatti bilbiluun gabaasaa godhaa godhaa waliif dabarsaa"

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.jemal Ahmed mume posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share