Gadullo Veterinary Clinic

Gadullo Veterinary Clinic We are dedicated to treat animals for 24/7 to All animal species.

Guyyaan 10/5/ 2016.Talaallii Gororsaa loonii fi Hool- re'ee Ganda Biilaa yeroo kennamu
20/01/2024

Guyyaan 10/5/ 2016.
Talaallii Gororsaa loonii fi Hool- re'ee Ganda Biilaa yeroo kennamu

28/09/2023

120.3K likes, 2916 comments. “ a woman in mathematics”

23/05/2022

Qaama Dhimmi kun ilaalu hundaaf:- Rakkoo hoongeen walqabateerraa loon heddumminaan gara gandoota/araddoota/ akka Iddoo jannataa fi Ijaaraatti godaansaan Aanota akka bookee, Burqaa Dhintuu, Hawwii guddinaa fi Ancaarirraa dhufuun qubachaa Kan jiraniidha.
Sababaa baayinaa fi hanqina nyaataa mudateen dhibeewwan beeyladaa tokko mul'achaa Kan jiran waan ta'eef, humna Kiliniika keenyaati ol ta'ee jira.
Kanaafuu qaamni kun ilaalu deeggarsa barbaachisuun akka nu bira dhaabbatan ergaa nuuf dabarsaa.

22/05/2022

Jiraattoota Maaybaasa Gaadulloof Naannawa ishii hundaaf; Beeyladootni baay'een godaansaan gara keenyatti galaa waan jiruun dhibeewwan beeyladaa Adda addaa ka'uu waan maluuf of eeggannoo barbaachisu akka gootan isiniin Jenna.

22/11/2021

Baga nagayaan nu eegdan

Address

Kora

Telephone

+251917282737

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadullo Veterinary Clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category