Waajjira Lafa Magaalaa Darakkuu

Waajjira Lafa Magaalaa Darakkuu 》Hin taa'iin hojjadhuu malee
》Dubbiftee hin dhiisin share gootu malee

Go/Har/Aanaa habroo bulchinsaa magaalaa darakkuutii hojjin qophii lafa waldahaa  ijaarsaa mana jireenyaa sadarkaa kan ir...
29/02/2024

Go/Har/Aanaa habroo bulchinsaa magaalaa darakkuutii hojjin qophii lafa waldahaa ijaarsaa mana jireenyaa sadarkaa kan irraa gaheetii jira ammaa shinishanoo hojjatamuuf xummurameettii jira

Planin hegeree Magaalaa takkatiGo/Har/Lixa Aanaa Habroo bulchinsaa magaalaa Darakkuttii hojiin planii magaalaa lafa qabs...
03/02/2024

Planin hegeree Magaalaa takkati
Go/Har/Lixa Aanaa Habroo bulchinsaa magaalaa Darakkuttii hojiin planii magaalaa lafa qabsisuu hanga ammaattii hojjatamaa turee block 37 fi parcel 520 addaa bafameettii jira.
Kun kan tahee deegarsaa oggeessoota waajjiraa lafa Aanaa habrootii fi waajjira lafa magaalaa darakkuu waaliin tahuun kan hojjatanidha.

Address

Balbaleettii
Belbelletti

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Lafa Magaalaa Darakkuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category